ማስታወቂያ!
በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/01/2015 ዓ ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ በወጣው የስራ ቅጥር ማሰታወቂያ መሰረት በቢሮ ድህረ ገጽ (online) ላይ PVA(preforming and visual art )በዲፕሎማ እና ድግሪ ለመቀጠር ተመዘገባችሁ የመጀመሪያ እና የለሁለተኛ ማጣሪያ በማለፍ ስም ዝርዝራችሁ በትምህርት ቢሮው ድረገጽ telegeram ,facebook አድራሻዎች ላይ የተጠቀሳችሁ ተወዳዳሪዎች ማንነታችሁን የሚገልጽ መታወቂያ በመያዝ በ10/03/2015 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡30 ሰዓት በዳግማዊ ሚኒሊክ ከፍተኛ 2ኛ ደረጀ ትምህርት ቤት በአካል ተገኝታችሁ የጽሁፍ ፈተና እንድትፈተኑ እናሳውቃለን ፡፡
ማሳሰቢያ
ከተገለጸው ስም ዝርዝር ዉጭ ማንንም የማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን ፡፡
BEEKSISA!
Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Barsiisotaa Gosa Barnootaa PVA (Performing and Visual Art) tiin Dippiloomaa fi Digiriidhaan dorgomsiisee Qacarrii gaggeessuuf Gaafa Guyyaa 13/02/2015A.L.I Gaazexaa Aaddis zaman irratti beeksisa baasuun galmeen on-line irratti gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.
Haaluma kanaan Dorgomtoonni calallii duraa dabartanii maqaan keessan gara Fuula weebsaayitii kanaa irratti gadi lakkifamtan qofti calallii itti aanuuf waan barbaaddamtaniif Ragaalee armaan gaditti ibsaman (caqafaman) qabattanii gaafa Guyyaa 05 fi 06/02/2005 A.L.I tti qofa ganama keessaa sa’aatii 3:30 irraa qabdanii Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qaamaan akka dhiyaattan gamanumaa isin beeksifna:-
Hubachiisa:-
- waraqaa ragaa keessan kan Dippiloomaa , Leevilii ykn Diigiriidhaan ittiin eebbifamtan Orijinaalaa fi Koppii saa
- Dorgomtoonni Leeviliidhaan eebbifamtan Waraqaa Mirkaneessa Gahuumsa Ogummaa (የብቃት ማረጋገጫ ወረቀት) qabattanii
- Warreen maqaan keessan as irratti hin ibsamin dhufuun isin hin barbaachisu
- Dorgomtoonni Guyyaa caqafame dabarsitanii dhuftan kan isin hin ta’uu gamanumaa isin hubachiifna
መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!
You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ…
Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau
Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc
Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication
Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/
Website: – aaceb.gov.et
Email;- aacaebc@gmail.com
Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/