ቀን 5/3/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ!

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/02/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ባወጣው የመምህራን ቅጥር ማሰታወቂያ መሰረት በቢሮ ድህረ ገጽ (online) ላይ በIT (Information Technology) ትምህርት ዘርፍ ተመዝግባችሁ በትምህርት ቢሮው telegeram,facebook  አድራሻዎች  ላይ ስም ዝርዝራችሁ የተጠቀሰ ተወዳዳሪዎች ብቻ የመጀመሪያ ማጣሪያ ስላለፋችሁ ለሁለተኛ ማጣሪያ ኦርጅናል እና ኮፒ የትምህርት ማስረጃችሁን በመያዝ በ07/03/2015 ዓ.ም ከጠዋቱ 3፡00 ሰዓት እስከ 11፡00 ሰዓት በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በአካል በመቅረብ  እንድታመለክቱ  እናሳውቃለን ፡፡

ማሳሰቢያ

  1. ከላይ ከተገለፀው የትምህርት ዘርፍ እና ስም ዝርዝራችሁ ከተጠቀሰው ውጪ መምጣት አይጠበቅባችሁም ፡፡
  2. ከተገለፀው ቀንና ሰዓት ውጪ በተለያየ ምክኒያት ያመለጣችሁ የማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡

BEEKSISA!

    Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Barsiisotaa Gosa Barnootaa IT (Information Technology) tiin Dippiloomaa fi Digiriidhaan dorgomsiisee Qacarrii gaggeessuuf Gaafa Guyyaa 13/02/2015A.L.I Gaazexaa Aaddis zaman irratti beeksisa baasuun galmeen on-line irratti gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.

    Haaluma kanaan Dorgomtoonni calallii duraa dabartanii maqaan keessan gara Fuula weebsaayitii kanaa irratti gadi lakkifamtan qofti calallii itti aanuuf waan barbaaddamtaniif Ragaalee armaan gaditti ibsaman (caqafaman) qabattanii gaafa Guyyaa 07/02/2005 A.L.I tti qofa ganama keessaa sa’aatii 2:30 irraa qabdanii Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qaamaan akka dhiyaattan gamanumaa isin beeksifna:-

Hubachiisa:-

  1.  waraqaa ragaa keessan kan Dippiloomaa FI Diigiriidhaan ittiin eebbifamtan  Orijinaalaa fi Koppii saa
  2. Warreen maqaan keessan as irratti hin ibsamin dhufuun isin hin barbaachisu
  3. Dorgomtoonni Guyyaa caqafame dabarsitanii dhuftan kan isin hin ta’uu gamanumaa isin hubachiifna

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s