ቀን 30/5/2015 ዓ.ም

የዝውውር ማስታወቂያ!

በአዲስ አበባ ከተማ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ (የሃገር በቀል 2ኛ ቋንቋ) የብዙሃ ቋንቋ በከተማዋ ባሉ የመንግስት ትምህርት ቤቶች ለመተግበር መወሰኑ ይታወቃል፡፡

በመሆኑም አማርኛና አፋን ኦሮሞ የትምህርት አይነቶች በዲግሪና በዲፕሎማ የተመረቁ መምህራንን ብቻ በክልሎች በማስተማር ላይ ያሉትን አዛውሮ ማሰራት ስለፈለገ ከላይ በተጠቀሱት የትምህርት ዓይነቶች የተመረቃችሁ ብቻ በትምህርት ቢሮው ድግረ ገፅ ለዝውውር በተዘጋጀው ሊነክ/Link/ ላይ ብቻ በኦን ላይን /ONLINE/ በaaceb.gov.et ወይም https://docs.google.com/forms/d/1mfc0GF-Fy9-T3lC9yyiayyv3u6Y9v_ATVLtrFWFLn5Y/edit

ላይ ማስታወቂያው ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት /5/ አምስት ተከታታይ ቀናት ብቻ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡

ማሳሰቢያ!

.   ከላይ ከተጠቀሱት የትምህርት አይነቶች ውጪ መመዝገብ ተቀባይነት የለውም፡፡

.   ዝውውሩ የሚመለከታቸው በክልሎች በመንግስት ትምህርት ቤቶች በስራ ላይ ያሉ መምህራንን ብቻ ነው፡፡

Beeksisa jijjiirraa!

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Afaanota Biyyaa Keenyaa keessaa (Afaan lammaffaa) heddumminaa Afaaanii manneen barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessa jiran keessatti akka baratamu murtaa’uun ni beekkama.

      Waan kana ta’eef barsiisota gosa barnoota Afaan Amaariffaa fi Afaan Oromootiin Digiriifi Dippiloomadhaan eebbifamtanii naannoo irratti barsiisaa jirtan jijjirradhaan fudhuchuun hojjechiisuu waan barbaaduuf gosa barnoota armaan olitti caqafameen kan eebbifamtan gara weebsaayitii Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin karaa linkkii  jijjiraaf qophaa’ee aaceb.gov.et/https://docs.google.com/forms/d/1mfc0GF-Fy9-T3lC9yyiayyv3u6Y9v_ATVLtrFWFLn5Y/edit

gadi lakkifameetiin qofa guyyaa beeksifni kun ba’e irraa eegalee  guyyoota walitti aanu shan (5) keessatti galmaahu kan dandeessan ta’uu Cimsinee isin beeksifna.

Hubachiisa!

.  Gosoota barnoota Amaariffaa fi Afaan Oromootiin  ala    

      galmaahuun fudhatama hin qabu

.   Jijjiirran kun kan ilaallatu manneen barnoota mootumma naannoolee keessatii hojii barsiisummaa irra kan jiran qofa.

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

TikTok፡- tiktok.com/@aaeducationbureau

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s