ቀን 13/3/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ!

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/02/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ባወጣው የስራ ቅጥር ማስታወቂያ በ IT (Information Technology) እና በPVA (performing and vissual art) ተወዳድራችሁ ፤ ፈተና ወሰዳችሁ ያለፋችሁ እና ስማችሁ የተጠቀሰ አመልካቾች በቀን 15/03/2015 ዓ.ም በተመደባችሁበት ክፍለ ከተማ በመሄድ ሪፖርት እንድታደርጉ እናሳስባለን፡፡

 ማሳሰቢያ ፡ በተጠባባቂ ላይ ስማችሁ የተዘረዘረ እንዳስፈላጊነቱ በስልክና በቴሌግራም የምንጠራችሁ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡

  BEEKSISA!

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Barsiisotaa Gosa Barnootaa IT Digirii fi PVA (Performing Vesual Arti)tiin Dippiloomaa fi Digiriidhaan dorgomsiisee Qacarrii gaggeessuuf Gaafa Guyyaa 13/02/2015A.L.I Gaazexaa Aaddis zaman irratti beeksisa baasuun galmeen on-line irratti gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.

Haaluma kanaan Dorgomtoonni Qormaata fudhattanii, Qormaata dabartanii maqaan keessan gara Fuula weebsaayitii kanaa irratti gadi lakkifamtan gaafa Guyyaa 15/03/2015 A.L.I tti kutaa Magaalaa irratti ramadamtanitti argamtanii gabaasa akka gootan gamanumaa isin beeksifna.

Hubachiisa:-

Dorgomtoonni maqaan keessan eeggattoota irratti gadi lakkifamtan gara fuula weebsaayitii fi Telegraama Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfenneetiin akka hordoftan isin beeksifna.

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s