ቀን 8/3/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ!

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/01/2015 ዓ ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ  በወጣው የስራ ቅጥር ማሰታወቂያ መሰረት በቢሮ ድህረ ገጽ (online) ላይ  IT (information technology ) ድግሪ ለመቀጠር  ተመዘገባችሁ የመጀመሪያ  እና የለሁለተኛ ማጣሪያ  በማለፍ ስም ዝርዝራችሁ በትምህርት ቢሮው telegeram ,facebook፣twitter፣instageram እና ድረገጽ አድራሻዎች  ላይ  የተጠቀሳችሁ ተወዳዳሪዎች  ማንነታችሁን የሚገልጽ መታወቂያ  በመያዝ  በ10/03/2015 ዓ.ም  ከጠዋቱ 2፡30 ሰዓት በዳግማዊ ሚኒሊክ ከፍተኛ 2ኛ ደረጀ ትምህርት  ቤት በአካል ተገኝታችሁ  እንድትፈተኑ  እናሳውቃለን፡፡

ማሳሰቢያ!

ከተገለጸው ስም  ዝርዝር ዉጭ ማንንም  የማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን ፡፡

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Barsiisotaa Gosa Barnootaa IT (information technology) Digiriidhaan dorgomsiisee Qacarrii gaggeessuuf Gaafa Guyyaa 13/02/2015 A.L.I Gaazexaa Aaddis zaman irratti beeksisa baasuun galmeen on-line irratti gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.

Haaluma kanaan Dorgomtoonni calallii duraatii fi lammaffaa dabartanii maqaan keessan gara fuula telegeram, facebook፣ twitter፣ instageram fi weebsaayitii Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneerratti gadi lakkifamtan gaafa Guyyaa 10/03/2005 A.L.I ganama keessaa sa’aatii 2:30 irratti Waraqaa eenyumaa keessan ibsu qabattanii Mana Baruumsa Minilik sad.2ffaa tti argamuun qormaata akka fudhattan gamanumaa isin beeksifna.

Hubachiisa:-

1. Warreen maqaan keessan as irratti hin ibsamin dhufuun isin hin barbaachisu

2. Dorgomtoonni Guyyaa caqafame dabarsitanii dhuftan kan isin hin keessummeessine ta’uu gamanumaa isin hubachiifna

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s