ቀን 2/3/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ!

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/01/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ወጣው የስራ ቅጥር ማሰታወቂያ መሰረት በቢሮ ድህረ ገጽ (online) ላይ PVA (preforming and visual art ) በዲፕሎማና ድግሪ ለመቀጠር የተመዘገባችሁ ስማችሁን ሊንኩን በመጫን …..እንዲሁም በትምህርት ቢሮው  telegeram እና facebook  አድራሻዎች ላይ በመመልከት ስማችሁ በዝርዝሩ ላይ የተጠቀሳችሁ ተወዳዳሪዎች ብቻ የመጀመሪያ ማጣሪያ ስላለፋችሁ ለሁለተኛ ማጣሪያ  ኦርጅናል እና ኮፒ የትምህርት ማስረጃችሁን በመያዝ ከ5 እስከ 06/03/2015 ዓ.ም( ሰኞና ማክሰኞ)  ከጠዋቱ 3፡00 ሰዓት እስከ 11፡00 ሰዓት ድረስ ብቻ በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በአካል በመቅረብ  እንድታመለክቱ  እናሳውቃለን፡፡

ማሳሰቢያ

1. ከላይ ከተገለጸው መስፈርት ውጪ በተለያዩ የትምህርት ዘርፎች የተመረቃችሁትን ማስታወቂያው አይመለከትም፡፡

2. በሌብል/level/ በዲፕሎማ የተመረቃችሁ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ማቅረብ ይኖርባችሃል ፡፡

3. ስም ዝርዝራችሁ በተገለጸው ዝርዝር ውስጥ የሌላችሁ የማትስተናገዱ መሆኑን እናሳውቃለን ፡፡

Beeksiisa!

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Barsiisotaa Gosa Barnootaa PVA (Performing and Visual Art) tiin Dippiloomaa fi Digiriidhaan dorgomsiisee Qacarrii gaggeessuuf Gaafa Guyyaa 13/02/2015A.L.I Gaazexaa Aaddis zaman irratti beeksisa baasuun galmeen on-line irratti gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.

    Haaluma kanaan Dorgomtoonni calallii duraa dabartanii maqaan keessan gara Fuula weebsaayitii kanaa irratti gadi lakkifamtan qofti calallii itti aanuuf waan barbaaddamtaniif Ragaalee armaan gaditti ibsaman (caqafaman) qabattanii gaafa Guyyaa 05 fi 06/02/2005 A.L.I tti qofa ganama keessaa sa’aatii 3:30 irraa qabdanii Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qaamaan akka dhiyaattan gamanumaa isin beeksifna:-

Hubachiisa:-

  1.  waraqaa ragaa keessan kan Dippiloomaa , Leevilii ykn Diigiriidhaan ittiin eebbifamtan  Orijinaalaa fi Koppii saa
  2. Dorgomtoonni  Leeviliidhaan eebbifamtan Waraqaa Mirkaneessa Gahuumsa Ogummaa (የብቃት ማረጋገጫ ወረቀት)  qabattanii 
  3. Warreen maqaan keessan as irratti hin ibsamin dhufuun isin hin barbaachisu
  4. Dorgomtoonni Guyyaa caqafame dabarsitanii dhuftan kan isin hin ta’uu gamanumaa isin hubachiifna

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s