ቀን 29/2/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ!

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/02/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ በወጣው የስራ ቅጥር ማስታወቂያ መሰረት በቢሮ በድህረ ገፅ/ONLINE/ ላይ ለቅድመ አንደኛ ደረጃ ተማሪዎች ሞግዚትነት የስራ መደብ ለመቀጠር የተመዘገባችሁ፡-

  1. በምግብ ዝግጅትና ህፃናት እንክብካቤ የአንድ ዓመት ስልጠና የወሰዳችሁ ብቻና በሊንኩ ወይም በትምህርት ቢሮው Telegeram/Facebook/ አድራሻዎች ላይ ስም ዝርዝራችሁ የተጠቀሰ ተወዳዳሪዎች ብቻ ኦርጂናልና ኮፒ በመያዝ በ30/02/2015 ዓ.ም ከ2፡30 እስከ 10፡30 ሰዓት ድረስ ብቻ በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በአካል በመቅረብ እንድታመለክቱ እናሳውቃለን፡፡

ማሳሰቢያ፡-

ከላይ ከተገለፁት መስፈርቶች ውጪ በተለያዩ የትምህርት ዘርፍ የተመረቃችሁትን የማይመለከት በመሆኑ በዚህ ቀን መጥታችሁ ሪፖርት ማድረግ አይጠበቅባችሁም፡፡

Beeksiisa!

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qacarri gargartoota qacaruuf  Gaazeexaa Addis zaman irraatti gaafa Guuyyaa 13/02/2015 A.I beeksisa qacarri baasun ni beekkama. 

Haaluma kanaan dorgomtoonni calallii duraa dabartan ragaa keessan qulqulleessun waan barbaadameef guyyaa boruu 30/2/2015 A.I tti  Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti  ganama keessaa sa’aatii 2:30 irratti ragaa keessan kan kutaa 10ffaa ykn 12ffaa fi Leenjii kunuunsa daa’immanii fi Qophii nyaataa  qabattanii qaaman akka  argamtan isin beeksifna. Maqaa keessan linkii armaan gadii irraa ilaallachuu ni dandeessu.

Hubachiisa

1ffaa. Dorgomtoota qabxii kutaa 10ffaa qabxii  3.00fi leenjii kunuunsaa daa’immanii ykn qoophii nyaataa qabdan qofa ilaallata.

2ffaa. Dorgomtoota kutaa 12ffaa qabxii 350fi   leenjii kunuunsa daa’immanii ykn qophii nyaataa qabdan qofa ilaallata.

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s