የስራ ቅጥር የፈተና ማስታወቂያ!
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/02/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን በወጣው ጋዜጣ የቅድመ አንደኛ ደረጃ መምህርነት ቅጥር ማስታወቂያ ላይ የተመዘገባችሁና ፋይለችሁ ተጣርቶ ስማችሁ ከዚህ በታች በቢሮው የ (Telegeram and Facebook) አድራሻ ላይ የተለጠፈላቸሁ መምህራን ብቻ ማንነታችሁን የሚገልፅ መታወቂያ በመያዝ እሁድ በ27/02/2015 ዓ.ም ከ2፡30 በዳግማዊ ሚኒሊክ አጠቃላይ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ፈተና የሚሰጥ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
Beeksiisa!
Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qacarri BSTD (Barsiisumma Sadarkaa tokkoffaa duraatiin) Dippiloomaan eebbifaman qacaruuf Gaazeexaa Addis zaman irraatti gaafa Guuyyaa 13/02/2015 A.I beeksisa qacarri baasun ni beekkama.
Haaluma kanaan dorgomtoonni calallii duraa dabartan Qormaanni xumuraa gaafa guyyaa 27/2/2015 A.I tti ganama keessaa sa’aatii 2:30 irratti waan kennamuuf yeroo jedhametti waraqaa eenyummaa keessan ibsu qabachuun Mana baruumsaa Minilik sad. 2ffaatti argamuun akka qoramtan gamanumaa isin beeksifna. maqaan keessan linkii armaan gadii irraatti ilallachu dandeessu.
መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!
You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ…
Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau
Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc
Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication
Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/
Website: – aaceb.gov.et
Email;- aacaebc@gmail.com
Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/