ቀን 25/2/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/02/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን በወጣው የቅድመ አንደኛ ደረጃ መምህርነት ቅጥር ማስታወቂያ ላይ የተመዘገባችሁ ብቻ፡-

  1. በቅድመ አንደኛ/KG/ የትምህርት ዘርፍ ብቻ የተመረቃችሁ በ3 ዓመት ዲፕሎማ የተመረቃችሁ ብቻ
  • በግል ኮሌጅ በ1999 ዓ.ም እና ከዚያ በፊት የተማራችሁ በ3 ዓመት ዲፕሎማ የተመረቃችሁ ብቻ
  • የኮሌጅ የመመረቂያ ነጥብ Major ሳይሆን cumulative GPA 2.4 እና በላይ ውጤት ያስመዘገባችሁ በድህረ ገፅ/ONLINE/ የተመዘገባችሁና ስማችሁ የተለጠፈላችሁ ኦርጂናል እና ኮፒ ፋይላችሁን በመያዝ ቅዳሜ በ26/02/2015 ዓ.ም እስከ 6፡30 ድረስ ብቻ በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በአካል በመቅረብ እንድታመለክቱ እናሳውቃለን፡፡

ማሳሰቢያ፡-

  • ከግል የትምህርት ተቋም በማንኛውም ዓመተ ምህረት የተመረቃችሁና በ1 ዓመት የተሰጠ ዲፕሎማ ያላችሁና
  • በተለያዩ የትምህርት ዓይነቶች በዲግሪና በዲፕሎማ  ማለትም (በአማርኛ፣ እንግሊዝኛ ሂሳብ ማ/ሳይንስና ተፈጥሮ ሳይንስ) እና በመሳሰሉት  ዓይነቶች የተመረቃችሁ ይህ የቅጥር ማስታወቂያ የማይመለከታችሁ በመሆኑ በዚህ ቀን መጥታችሁ ሪፖርት ማድረግ አይጠበቅባችሁም፡፡

Beeksiisa!

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qacarri BSTD (Barsiisumma Sadarkaa tokkoffaa duraatiin) Dipploomaan eebbifaman qacaruuf  Gaazexaa Addis zaman irratti gaafa Guuyyaa 13/02/2015 A.I beeksisa qacarri baasun ni beekkama.  Haaluma kanaan dorgomtoonni  calallii duraa dabartan Ragaalee barnootaa keessan Orijinaalaa fi koppii isaa qabattanii hanga gaafa guyyaa 26/2/2015  sa’aatii 6:30 qofaatti  Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qaaman argamuun ragaa keessan akka dhiheefatan   isiin beeksifna.

  • Sirna barnoota Afaan Oromoo irratti kanneen dorgomtan:

1ffaa. Dorgomtoonni koolleejjii dhuunfaa irraa bara 1999 fi sana dura Dipplooma Oolmaa Da’immaniitiin(BSTD) Waggaa sadii leenjitani kanneen xummurtan Ragaa keessan qabattanii akka dhiyaattan.

2ffaa. Qabxiin Eebba Koolleejjii ijoo (major) osoo hin taane Cuunfaa qabxii waliigalaa (Cumulative) kan ilaallamu  ta’e, dorgomtoota qabxii 2.5 fi sanaa oli qabdan qofatu dhiyaattu.  Maqaa keessan link armaan gadii tuquun ilaallachuu ni dandeessu.

  • Hub:     

1ffaa.   Dorgomiin warra Sartafikeetti hin ilaallatu.

2ffaa. Barsiisota barnoota sad.1ffaatiin eebbifamtan gosa barnoota     kamiiyyuu(A/O, Herregaa, English,Saayinsii ,  fi kkf) kan hin ilaallanne ta’uu cimsine isin beeksifna.

3ffaa. Dorgomtoonni yeroo galmee on line irratti hin galmaahin hin ilaallatu

4ffaa. Koolleejji Mootummaafi dhuunfaa irraa leenjii waggaa tokko qofa kan qabdan akka isin hin ilaallanne gamanumaa isin  beeksifna.

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s