ቀን 23/2/2015 ዓ.ም

ማስታወቂያ! Beeksiisa!

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ13/02/2015 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ በወጣው የመምህርነት ቅጥር ማስታወቂያ ላይ የቅድመ አንደኛ ደረጃ መምህርነት የተመዘገባችሁ ብቻ፡-

1ኛ. በግል ኮሌጅ በ1999 ዓ.ም እና ከዚያ በፊት ገብቶ ያጠናቀቁ ፋይል እንዲጣራ መምጣት የሚችሉ ሲሆን

     2000 ዓ.ም እና ከዚያ በኋላ ተመዝግበው 2000 ዓ.ም ይሁን ከዚያ በኋላ የተመረቁ አይመለከታቸውም፡፡

2ኛ. የኮሌጅ የመመረቂያ ነጥብ Major ሳይሆን cumulative GPA በአማርኛው  3.37 እና በላይ ውጤት ያላችሁ

     ስም ዝርዝራቸሁ ከዚህ ማስታወቂያ ጋር የተለጠፈላችሁ ኦርጂናል እና ኮፒ ፋይላችሁን በመያዝ ሐሙስ   

     በ24/02/2015 ዓ.ም ከ2፡30 ጀምሮ በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በአካል በመቅረብ

     እንድታመለክቱ እናሳውቃለን፡፡

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qacarri BSTD( Barsiisota Sadarkaa tokkofaa duraatiin ) eebbifaman qacaruuf gaafa Guuyyaa 13/02/2015 A.I beeksisa qacarri baasun isaa ni beekkama.  Haaluma kanaan dorgomtoonni  calallii duraa dabartan Ragaalee barnootaa keessan armaan gaditti eeraman Orijinaalaa fi koppii isaa qabattanii gaafa guyyaa 24/2/2015 A.I tti  ganama keessaa sa’aatii 2:30 irraa kaasee Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qaaman akka argamtan   isiin beeksifna.

1ffaa. Dorgomttoni kolleejjii dhuunfaa  bara 1999  fi sana dura seentanii xummurtan Ragaa keessan qabattanii akka dhiyaattan. Kanneen bara 2000 fi sana booda kolleejjii dhuunfaa  seentanii xummurtan isin hin ilaallatu.

2ffaa. Qabxiin Eebba Koolleejjii Major osoo hin taane, Cuunfaa qabxii waliigalaa (Cumulative) kan ilaallamu  ta’e, dorgomtoota qabxii 3.84 fi sanaa oli qaban qofatu dhiyaata.

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: – http://www.aacaebc.wordpress.com/

Website: – aaceb.gov.et

Email;- aacaebc@gmail.com

Instagram: – https://www.instagram.com/aacaeb/

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s